| Tooftaa | Heera Ramaddii | Amala Ijoo |
|---|---|---|
| Natural Breaks (Jenks) | Class keessatti similarity guddisa fi class gidduutti immoo differences guddisa | GIS software hedduu keessatti default option dha |
| Equal Interval | Data range gara sub ranges hamma walqixa qabanitti qooda | Hubachuuf salphaa ta'us highly skewed data ni jal'isa |
| Quantile | Class tokkoon tokkoo keessatti lakkoofsa observations walqixa ta'e kaa'a | Percentile fi ranking walbira qabuuf fayyada |
| Standard Deviation | Fageenya statistical mean irraa qabu irratti hundaa'uun classes qooda | Gatiin average irraa hammam akka deviate godhu agarsiisa |
Yoom akka itti fayyadamtu
Kaartaa choropleth keessatti tooftaalee ragaa gareetti qoodan filachuufi hiikuuf kanatti fayyadami.
Of eeggadhu
Ramaddiin qixxee (Equal interval) yeroo ragaan gara tokkotti jallatu mul’isa kaartaa ni dabsisa.
Grade 12 Geography, fuula 217 irraa eegalee irraa qophaa'e; osoo hin ba'in dura yeroo lama mirkanaa'e

