| Sadarkaa | Tooftaa Murtee Gatii | Fakkeenya |
|---|---|---|
| First degree | Consumer tokkoon tokkoof reservation price isa olaanaa kaffalchiisa | Ogeessi fayyaa qabeenya dhukkubsataa irratti hundaa'ee kaffalchiisuu |
| Second degree | Gatiin akkaataa quantity bitamee yookiin sadarkaa quality tiin garaagarummaa qabaata | Hir'ifama gatii bulk purchase, sadarkaalee teessoo airline |
| Third degree | Elasticity garee consumer irratti hundaa'uun market segmentation gaggeessuu | Barattootaafi maanguddootaaf hir'ifama gatii taasifamu |
Yoom akka itti fayyadamtu
Monopoly keessatti gurguraan akkamitti gatii adda addaa baasee bu'aa dabalataa akka argatu adda baasuuf itti fayyadamaa.
Of eeggadhu
Sadarkaa tokkoffaa keessatti gurguraan consumer surplus hundumaa waan fudhatuuf deadweight loss hin jiru.
Grade 11 Economics, fuula 35-69 irraa qophaa'e; osoo hin ba'in dura yeroo lama mirkanaa'e

