| Maqaa (noun) | Maqibsa (describing word) | Gaalee (phrase) |
|---|---|---|
| Sangaa | Diimaa | Sangaa diimaa |
| Wayyaa | Haphii | Wayyaa haphii |
| Re'ee | Xiilloo | Re'ee xiilloo |
| Farda | Odolcha | Farda odolcha |
| Mukkeen | Qaqalloo | Mukkeen qaqalloo |
| Intala | Bareedduu | Intala bareedduu |
| Kutaa | Bal'aa | Kutaa bal'aa |
| Mana | Guddaa | Mana guddaa |
| Amala | Gaarii | Amala gaarii |
When you use it
Use this list to check how a noun pairs with its describing word in a phrase before you answer the phrase-building exercises (Gilgaala 8 and 9).
Drafted from Grade 9 Afaan Oromoo, pages 48-57, then checked twice before it went up

